Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Hawaasi Oromoo Saud Arabia konya Jiddaa keessa jiraatan Guyyaa WBO sirna howwaan kabajatan

(Madda Oduu ABO/MOA/Amajjii 26,2009) Hawaasi Oromoo Saud Arabia konyaa Jiddaa keessa jiraatan Guyyaa WBO fi ayyaana bara haaraa Amajjii 1 sirna howwaan kabajatan.

Tokkummaan hawaasa Oromoo Jiddaa fi miseensotiin Adda Bilissummaa Oromoo konyaa Jiddaa keessa jiraatan guyyaa WBO fi ayyaana waggaa haaraa sababeeffachuun gaafa Amajjii 23,2009 haala miidhagaan kabajatanii milkiin xumuratan.

Sirna ayyaana kanaa irratti hawaasi Oromoo fi degertooti qabsoo bilisummaa Oromoo heddumminaan argamuun haala qabsoo Oromoo fi ABO irratti mariyatanii booda degersa ABOf qabanii fi imaanaa gootota qabsoo bilisummaa Oromoo irratti wareegamanii bakkaan gahuuf waadaa isaanii haaromsanii jiru. Kanuma waliin wal qabatee sirna kabajaa ayyaana kanaa irratti gumaacha ykn tinnisa qabsoo bilbilsummaa Oromoof oolu maallaqa guddaa Adda Bilisummaa Oromoof gumaachuu isaanii MOA gabaasa.

Kabajaa ayyaana  kanaa irratti haawaasi Oromoo Jiddaa jiraatu kanneen sirna dhablummaan ABO irraa bahanii olola rakashaa qabsoo fi hoggana irratti oofaa jiran gochaa isaanii kana irraa dhaabbatanii akka gara mooraa qabsoo bilisummaa Oromootti deebiʼaniif yaamicha godhanii jiru.

MOA

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net